KurulusNamoonni Kurulus Orhaan yoom gad lakkifama jechaa jirtan hundaaf. 🔸️Kurulus Orhaan guyyaa 22/2025 ykn 12/2018 akka jalqabamu eegamaa jira kanaaf hangasitti obsaan akka eeggatan isin beeksifna.

 Namoonni Kurulus Orhaan yoom gad lakkifama jechaa jirtan hundaaf.


🔸️Kurulus Orhaan guyyaa 22/2025 ykn 12/2018 akka jalqabamu eegamaa jira kanaaf hangasitti obsaan akka eeggatan isin beeksifna.


🔸️Kanaaf chaanaala keenya like share godhaa nu cinaa dhaabadhaa isiniin jenna.

🔰Filmiin kurulus Orhaan osoo gad hin lakkifamin dura biyyoonni 35n ol ta'an biyya isaanii keessatti akka tamsaafamu waliigaltee waliif mallatteessanii jiru.


🔸️Kurulus Orhaan filmii Hawwii guddaan eegamaa jiru. Mee isin hoo akkamitti eegaa jirtan?

Post a Comment

0 Comments