Mootii mukkeen Afrikaa Faayidaa qabatamaa Muka Makkanniisa dhukkuboota 30 oliif qabu.

 Mootii mukkeen Afrikaa Faayidaa qabatamaa Muka Makkanniisa dhukkuboota 30 oliif qabu.


Mukki kun Dhugumatti Qorannoo akka agarsiisutti muka kana dhukkuboota 81 oliif qoricha aadaa afrikaa keessatti tajaajilaa ture. Kutaaleen mukichaa adda addaa — keessattuu gogaa hundee, hidda, baala, sanyii, fi baalli isaa - adda dureen Dhukkuba Busaa, dadhabbii onnee, raammoo wosfaatii maagaa koosoo paraasitii garaachaa fi marrimaanii, infekshinii gogaa, inflammation, qufaa yeroo dheeraa, rakkoo sirna fincaanii,rakkoo kalee fi sirna fincaanii, madaa qaamaa fayyuu didee fi kkf dabalatee dhukkuboota adda addaa yaaluuf akka qorichaatti bal’inaan itti fayyadamuu dandeessu.


Barreeffama guutuu Profaayilii ibsa Bal'aa waa'ee muka makkanniisaa fi Faayidaalee isaa guutuu, dhukkuboota hundaaf haala itti fayyadama isaa fi qabiyyeewwan isaa Xiinxala faayitookeemikaalaa fi kompaawundootaa hedduu inni qabuu fi sochiilee Baayoloojii isaa Beekumsa qoricha Aadaa muuxannoo yeroo dheeraa fi qorannoo ammayyaa fi yaala aadaa irratti hundaa'uun faayidaa isaa fi haala itti fayyadama isaa argachuuf


Linki kana tuqaa daawwadha 👇 

Yeroo linki armaan gadii kana tuqxan kallattiin gara website isin geessaa kana booda faayidaalee fi itti fayyadama isaa guutuu website keenya keessaatti daawwadha! 👇 

Faayidaa 30 ol Muka Makkanniisa

Daawwachuuf kaan tuqii daawwadhu 👇👇👇

https://sabaafapps.blogspot.com

Post a Comment

0 Comments