Biiroon Fayyaa Oromiyaa dadhabbii yeroo dheera booda qaamota adda addaa waliin marii ijibbaataa taasisuun kaffaltiin miindaa ogeeyyii fayyaa kanaan dura gita irraa jedhamee ture, miindaa guddina sadarkaan(Career structure)'n irra gahan irraa Adoolessa 1/2017 irraa kaasee akka sirreeffamu murtoo irra ga'ee jira. barri 2018 bara nagahaa bara milkii, bara badhaadhinaa isiniif haa ta'u jechaa qaamni ilaallatu akkaataa jedhameen akka hojiirra oolchu gaafanna!! bara gaarii qabaadhaa!!!!ODUU HAARAW♨️ Barreessaa fi Qindeysaa guddaa Mehmet Bozdag fi Actor guddaa Burak gidduutti waliigalte Dhabinsi Guddaan Uumamee jira. Burak dallaneera! Burak deemuu barbaada! Walgahii kaleessa erga Burak oomisha guddaa gaafatee booda waliigaltee dhabuun guddaan uumame, Bozdag Burak Hareeda dheeraa akka guddifatuBiiroon
0 Comments