Barnoota Forex isin Nini Barsiisa jedhee ture Qoophiin keessan Akkam?


πŸ‘«πŸ‘»πŸ’™πŸ’–πŸ’₯πŸ˜‚πŸ‘ΎπŸ’™πŸ’†πŸ˜ŒπŸ˜”

Barnoota Forex isin Nini Barsiisa jedhee ture Qoophiin keessan Akkam? - Viidiyoo dhedheeraa 60 ol Afaan Oromootti hiikee isiniif dhiyeessuuf yaadee ture. Dabalataan gaaffiif deebii, akkasumas live irratti ibsa dabalataa isiniif jennuufan yaadee ture. Garuu... Kun gahaa natti hin fakkaatu. Namni forex sirriitti barachuu barbaadu tokko viidiyoo Afaan Ingliffaa ykn Amaariffaa ilaalee hubachuu danda'uu qaba. Sababnisaas viidiyoo dabalataa youtube fi bakka garagaaraa irraa ilaalanii beekumsa ofii fooyyessaa deemuun dirqama waan ta'eefi. Kanaafuu, Viidiyoo isuma Amaariffaa sanarraa barattanii ibsa dabalataa fi gaaffiif deebiimmoo Afaan Oromoodhaan live irratti akka godhamu yaadee jira. Viidiyoo Amaariffaa ilaaltanii hubachuu ni dandeessuu? Warri dandeessan comment irratti na beeksisaa! Kan hubachuu qabdan: Barnoonni forex kan har'a baratanii bor ittiin hojjetan miti. Sadarkaa gaarii tokkorra gahuuf yoo xiqqaate ji'a 6 namatti fudhata. Garuu... Namni naamusa gaariidhaan yeroosaa kennee barate, Risk Management fi Trading strategy gaarii baafate yeroo muraasa keessatti bu'aa guddaa argachuu danda'a. Faallaa kanaa namni osoo gahumsa gaariirra hin gahin ariitiidhaan bu'aa guddaa argachuuf carraaqummoo kasaaree gabaa keessaa baha. Forex Trading daldala addunyaalessaa waan ta'eef hojii salphaa miti. Barumsa isaa baratanii shaakaluuniyyuu nama nuffisiisuu danda'a. Namoonni forex hojjechuuf yaada qabdan haqa kana akka hubattanin barbaada. Mee yaada keessan comment...

Post a Comment

0 Comments